OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Mootummaan Itiyoophiyaa Qoqqobbiin Eertiraa irraa kaahamee ture akka irraa ka’u gaafate
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa hardhaa barreessaa dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) kan tahe Antooniyoo Gutareez waliin kan mari’ate yoo tahu, marii kana irratti qoqqobbiin UN’n mootummaa Eertiraa irra kahamee ture akka ka’u kan xalayaan gaafate tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.