OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
CD’n Nashiidaa Ustaaz Kamaal Heebboo Eebbifame

CD’n Nashiida Ustaaz Kamaal Heebboo guyyaa Hardhaa magaalaa Baalee Roobeetti hala ho’aa taheen Eebbifamaa jira. Sagantaa Eebbaa kana irratti Ulamaa’onni, Ustaazonni fi Abbootiin qabeenyaa hedduun argamanii jiru. Galiin CD Kana irraa argamu lammilee Oromoo shira diinaatiin qe’ee fi qabeenya Isaanii irraa buqqifamaniif kan oolu tahuunis beekameera.
Keessumoonni sagantaa eebbaa kana irratti argaman.
Ustaaz Xaalibuu Ridallaah(Abdulrahman Huseen)
Ustaaz Qamar Huseen
Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
Ustaaz Sufiyaan
Ustaaz Sayfaddiin
Abbootii Qabeenya irraa Diinquu Dayyaas kan argame tahuu beekameera.
mashaaaallah nu jajjabadha umiri nuf dheradha bakka jirtana
maasha Allah