header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Ustaaz Ahmaddiin Jabal Hayyama Wal’aansaa Argate.

Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa kan tahe Ustaaz Ahmaddiin Jabal, mana hidhaa keeysatti dhukkubsatee sababaa wal’aansa gahaa dhabuutiin dhibeen itti hammaachuu isiniif gabaasuun keenya ni yaadatama. Tumsa Rabbii guddaatiin Ustaazni keenya yeroo ammaa woyyaawee jira.  Bulchiinsi mana hidhaatis Isniina dhufu irraa eegalee, baallama isaa hordofuun akka wal’aanamu kan hayyameef tahuu maatii isaa irraa mirkaneeffannee jirra.

Ustaaza Keenya Rabbiin nuu haa aafi’u.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button