header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaEeshiyaaOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Korri Ulamaa’ota Afrikaa Magaalaa Makkaa kessatti jalqabame.

Korri kun Marsaa lammaffaaf yoo tahu, kora kana irratti ulamaa’onni dhimmoota Muslimoota Afrikaa irratti ni mari’atu. Ityoophiyaa bakka bu’uun Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenya, Dr Jeyilaan Khadiir, Dr Kamaal Galatuu, Dr Abdallah Khadiir, Sheikh Hajjii Ibraahiim, Sheikh Muhammadzeeyn Zahraddiin, Sheikh Sulxaan Haaj Amaanii fi Sheikh Muhammad Huseen dabalatee Ulamaa’onni gurguddoon 12 kan argaman tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button