header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irratti  kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan

 

Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irratti  kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan

 

Jaarsoliin mootummaa fi ABO jiddutti araara buusuuf hojjataa turan  hujii waraana ABO Kaampitti galchuu ilaalchisee gabaasa kan dhiheessan yoo tahu, kanuma hordofuun  hoggantoonni mootummaa naannoo Oromiyaa fi ABO Shanee hojiin loltoota ABO hidhannoo hiikkachiisuu xumuramuu ilaalchisee ibsa kennanii jiru.

 

Hayyu dureen ABO Obbo  Daawud Ibsaa ABO’n kana booda humna waraanaa hidhatee socho’u hin qabu jechuu isaa odeeyfannoon ni addeessa.

 

 

 

8 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button