OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Obbo Barakat Sim’oon koree jiddu galeessa warraaqsa saba Amaaraa irra uggurame

Koreen jiddu galeessa warraaqsa Saba Amaaraa guyyoota lamaaf walgahii irra kan ture yoo tahu, Obbo Barakat dabalaate Taaddasaa Kasaatis koree jiddu galeessa irraa ugguruu ibse. Guyyaa boruu dhaabaaticha irraa ibsi ni keennama jedhamee eegama.

Comment

Related Articles

Back to top button