OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Ustaaz Ahmaddiin Jabal Miseensa Boordii Ejeensii Sabqunnamtii magaalaa Finfinnee ta’uun filatame
Dubbii himaa koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa fi barreessaa koree miseensa 9 qabu kan dhimma Hawaasa Muslimaa akka qoratuuf, Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad’n hundeeffame kan tahe Ustaaz Ahmaddiin Jabal miseensa boordii Ejensii Sabaahimaalee magaalaa Finfinnee tahuun muudame.
Ejensichi miseensota boordii haarawa, hayyoota amantaa,miseensota paartii mormituu fi hayyoota biroo hammachuun bifa haarawaan kan hundeesse tahuu beeksise.
alahamdullilaah galata rabbii sumaa Alahamdullilaah galata rabbii baga gamachu akana dhagenye murtin harka rabbii yaa ati mulku limaan tasha waa tan zilu limaan tasha