header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Aalimni guddaan biyya keenya Sheikh  Sa’iid Abubakar dhukkubsatuun dhagahame

Aalimni jaalatamaa fi beekkamaan Sheikh  Sa’iid Abubakar Imaamaafi Khaaxiba Masjida-Nuur kan magaalaa Roobee Baaletti argamuu tahuun bara dheeraa hawaasa tajaajilaa turan.

 

Sheikh Sa’iid Abu Bakar eega dhibamanii bubbulanii jiru. Dhiheenya kana magaalaa Hawaasaatti kan yaalamaa turan ta’us, yeroo ammaa gara mana jireenyaa isaanii kan magaalaa Roobeetti aragmutti kan deebifaman tahuun beekkameera.

 

Aalima Keenya Rabbiin guddaan fayyaa guutuu isaaniif kennee hawaasa keessaniin walitti isin haa deebisu

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button