header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

ODUU GAMMACHUU Nuuralhudaa irraa

Akkuma beekamu Miidiyaan Nuuralhudaa waggaa 2 oliif Social Media irratti hawaasa intarneeta fayyadamu tajaajilaa turee jira. hojii kana gara sadarkaa internaashinaalaatti guddisuuf Ameerikaa Kutaa Minnesota irraa hayyama hojii fudhannee tarkaanfii itti aanutti cehuuf sochii kan eegalle yoo tahu; Biyya keessattis waan barbaachisu hunda guuttannee kallattii barbaadamu hundaan hawaasa keenya tajaajiluuf hojii aarsaa guddaa barbaadutti kan seenne tahuu gammachuu guddaan isin beeksisna.

Bulchiinsa Walii galaa Garee Sumayyootaafi Bilaalotaa fi
Bulchiinsa Miidiyaa Nuuralhudaa irraa

6 Comments

  1. yaa mashaa allaah
    mashaa allaah
    kun hawwii kheenyaa guuddaa rabbiin bakkan nuuf haa gahuu in shaa allaah.
    waan akkan namaa gamachisaati alhmduliillaah rabbil alamiin!jabaadhaa rabbi hojii kheysaan kanaa anumaafi isiinin haa jedhuu!

  2. الحمدالله رب العا لمين ØŒKallani Rabbiif Haajiraa Isiniifis Rabbiin Gallata keessan Jannataan haagalchu Xaariiteessan huddaa Jazaan Firdowsii haata’u Nuuf jajabaadha nutis Caqaftoonni Nuural hudaa Waan Nurraa eegamu Gamahudaanuu Isiwaliin jirraa Abshiruuuuuu TV Lee Ammaa nuufbatanii Asham Nuural Hudaa Huddee Islaamummaa Nuutaatee Abshiruuu

  3. السلام عليكم ورحمة الله وبركاته كيف حالكم يا جمعة الخير ثم أقول لكم بارك الله فيكم جميعا Hedduu isinitti gammadne RNH soora qalbii muslimaa
    yaanni koo miidiyaan kun kana caalatti akka nuuf babal’atu biyya keessaaf biyya alaatittis kan jedhu yaada qaba yeroo dheeraaf yaadaa tures alhamdu lillaah
    nuuf jiraadhaa
    NAGAHA WAJJIIN

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button