header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Buufatni Xiyyaara Baalee Roobee eebbifame

Bufatni Xiyyaaraa kun imala Finfinnee fi Roobe jidduu torbaanitti guyyaa sadi, Arba’aa, Jum’aa fi Alhada kan kennu tahuun beekameera. Imalli kunis daqiiqaa 40 qofa kan fudhatu tahuu ibsi waajjira kominikeeshiinii mootummaa naannoo Oromiyaa irraa argame ni ibsa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button