header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Balaa Konkolaataa Aanaa Yaaballoo naannawa Eela Diimaa jedhamutti muudateen lubbuun nama 15 ol darbe

Balaan kun kan muudate ganama har’aa naannawa sa’aa 2:30 irratti yoo ta’u, Konkolaataan ummataa akkoofsi gabatee isaa  ORO 61990 tahe namoota 17 fe’atee imalaa osoo jiru, konkolataa meeshaa fe’u kan lakkoofsi gabatee isaa ET.53889 waliin walitti bu’uun, lubbuun nama 15 battalumatti darbuu fi namoota lama immoo miidhaan hamaan kan irra gahe ta’u gabaafame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button