header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

BREAKING: Korrii Waliigalaa ADWUI dura taa’aa fi Itti aanaa dura taa’aa dhaabbatichaa filachuun xumurame

Korri Waliigalaa ADWUI 11ffaan magaalaa Hawaasaatti Arba’aa darbe jalqabame hardha kan goolabame yoo tahu, paartichi kora kana irratti dura taa’aa fi Itti aanaa dura taa’aa dhaabbatichaa filatuun beekameera.

 

Haaluma kanaan Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad sagalee miseensota mana mare kora kana irratti argamanii 177 keessa 176’n dura taa’aa dhabaatichaa tahuun kan filatame yoo tahu, Itti aanaan muummicha ministeera Obbo Dammaqe  Makonnin ammoo sagalee 149 itti aanaa dura taa’aa tahuun filatame.

 

Prezdaantiin Naannoo Tigraay Dr Dabratsiyoon Gebre Mika’eel ammoo sagalee 15 qofa argachuun osoo hin filatamin kan hafe tahuun beekamee jira.

 

 

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button