header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama Kaabinee haaraya muummichi Ministeeraa dhiheesse raggaasise

Paarlaamaan Walgahii Idilee 2ffaa kanaan,  wixinee labsii  Taayitaa hujii raawwachiistuu mootummaa Federaalaa murteessuuf irra deebiin bahe irratti mari’atuun raggaasisee jira. Lakkoofsi miseensota kaabinee mootummaa Federaalaa 28 ture gara 19 kan hir’ate yoo tahu, dhaabbiileen heddu walitti baquun akka haarayaatti ijaaraman.

 

Haaluma kanaan Paarlaamaan muudama miseensota Kaabinee Muummichi ministeeraa waajjiraalee Ministeerotaa  haarayatti ijaaraman kanneen akka hoggananiif dhiheesse raggaasisee jira.

1.Aadde Mufariyaat Kaamil Ministeera Nageenyaa
2.  Injinar A’ishaa Muhammad Muusaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa
3. Obbo Ahmad Shidee Ministeera Maallaqaa fi Diinagdee
4. Obbo Birhaanuu Tsaggaayee Abbaa Alangaa Waliigalaa
5. Obbo Umar Huseen Ministeera Qonnaa
6. Aadde Fatlaworq Gabra Igzaabiher  Ministeera Daldalaa fi Indaastirii
7.  Aadde Adaanach Abeebee  Ministeera Galiiwwanii
8. Dr Geetaahuun Makuriyaa  Ministeera Innooveeshin fi Teeknoolojii
9. Aadde Daagmaawit Makonnin  Ministeera Geejjibaa
10. Obbo Jaanxirar Abbaay Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii
11. Injinar Silashii Baqqalaa Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii
12. Dr Saamu’eel Hurkoo  Ministeera Albuudaa fi Boba’aa
13. Dr Xilaayee Geetuu Ministeera Barnootaa
14. Dr Hiruut Waldamaariyam Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo
15. Dr Amiir Amaan Ministeera Fayyaa
16. Aadde Ye’alam Tsaggaaye Ministeera Dhimma Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggootaa
17. Dr Ergogee Tasfaayee  Ministeera Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa
18. Dr Hiruut Kaasaawu  Ministeera Aadaa fi Turiizimii
19.Dr Warqineh Gabayyoo Ministeera Haajaa Alaa

  1. Dr Fitsum Asaffaa sadarkaa ministeeraatti Komishiinarii Karooraa fi misoomaa tahuun muudamanii jiru

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button