header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Paartiileen Mormituu Naannoo Tigraay lama walitti makamuuf walii galtee mallatteessan

Paartiin Aranaa Tigraay fi paartiin Qindoomina Dimokraasii Tigraay waliin hojjatuuf walii galtee kan mallatteessan tahuu FBC’n gabaase.

Hoggantoonni paartii lamaanii
Itti aanaa dura taa’aa Aranaa Tigraay obbo Gooyitoom Tsaggaayeefi Itti aanaan dura taa’aa Qindoomina Dimokiraasii Tigraay Injiinar Gidaay Zar’atsiyoon ibsa miidiyaaf kennaniin, walitti makamuuf walii galtee irra kan gahan tahuu ibsan.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button