OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ummanni Godina Sidaamaa Naannoo tahuuf sagalee ol’aanaa tahee kennuu beeksise
Rifarandamii dheengadda Naannoo Kibbaa godina Sidaamaa keessatti geggeeffameen, godinichi sagalee naannoo ta’ee ijaarramuu isa dandeessisu kan argate tahuu ibsame. Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa rifarandamii kanaa irratti ibsa har’a waaree booda kenneen, namoonni miiliyoona 2 fi kuma dhibba lamaa ol naannoo ta’uu Sidaamaa deeggaruun sagalee kennanii jiruru jedhe.
Namootni kuma 33 ol ta’an immoo naannoo ta’uu Sidaamaa mormuun sagalee kennan. Haaluma kanaan Ummata sagalee kenne jidduu 98.51% ta’u godinni Sidaamaa akka naannoo ta’u filate
akkataa ittin fayadama bankii Dhala malee kana IFA
naf godhaa, ,
odefanno garinudabarsitan galatoma jenna
oddeeffannoo akkanaa nun dhaqabuu keessanif galata qabduu jabaadhaa
0507629632
Assaallaamalekuu waaramtullaaah wabarkatuu
833073
12345