OdeeyfannooUSA

Breaking: Keith Ellison Abbaa Alangaa kutaa Minesootaa tahuun filatame

Keith Ellison bara 2006 Paartii Dimokraatotaa bakka bu’uun Kutaa Minesoota irraa miseensa Kongirasii Ameerikaa tahuun filatamee tajaajilaa ture. Amma ammoo Abbaa Alangaa Kutaa Minisootaa tahuun filatame.

 

Keith Ellison seenaa Ameerikaa keessatti nama Muslimaa miseensa Kongirasii tahuun tajaajile isa jalqabaa kan ture yoo tahu, qabsoo ummata Oromoo deeggaruudhaanis qondaaltota Ameerikaa keessaa adda dureedha.

 

 

 

Comment

Related Articles

Back to top button