OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Breaking: Qondaaltonni Naannoo Oromiyaa Malaamaltummaan shakkaman heddu too’annaa jala kan oolfaman tahuu gabaafame
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qondaaltota duraanii too’annaa jala oolchuu kan jalqabe yoo tahu, qondaaltota qabaman jidduu hoggantoonni Dhaabbata Liqii fi Qusannoo Oromiyaa, Dhaabbata Ijaarsa Bishaan Oromiyaa, Biiroo Fayyaa Oromiyaa, Biiroo Bittaa Meeshaa duraanii kan keessatti argaman tahuun beekamee jira.
Hanga ammaatti qondaaltonni Dhaabbata Liqii fi Qusannoo Oromiyaa 14 too’annoo jala kan oolfaman tahuu odeeyfannoon argame ni mul’isa.
اØمدعمر
اسلام عليكم ورØمة الله وبركاته كي٠Øالك انت طيب