header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Kalalaatti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame

Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa magaalaa Kalalaatti sagantaan Da’awaa guddaan kan geggeeffame yoo ta’u, keessummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan heddu ta’e kan irratti hirmaate tahuu gabaafame.

Kaayyoon sagantaa kanaa Masjiida fi wiirtuu Hifzii Qur’aanaa Bilaaliif galii walitti qabuuf tahuus beekameera.

8 Comments

  1. Mashallah jiradha jirugarii tan kheyrii
    mee bakumajiratanii du.aai nufgodhaa
    italagarii ilmanifa madarasatatuu hadha
    garii isnif rabbiin halatu nukadhamee
    jzk

  2. hedduu waan gaarii nuuf dhalessa jirtu,irraahis barachaa jirra galata guddaa nu biraa qabdu rabbiin mindaa kessan jannatal firdows isiniif haagodhu

  3. انا من قبيلة أوروموا التي تعيش في جمهورية جيبوتي و الحمد الله إستفدت كثيرا من متابعتي لقناة نور الهدى

  4. ماشاء الله انا احد متابعي قناة نور الهدى انا اعيش في جمهورية جيبوتي و لكن انا من اصل اثيوبية اسئلة الله لكم التوفيق و السداد في الدارين و كان الله في عونكم

  5. السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

    rabbin fayyu guutu umrii dheertu jalasitti ammo maqaama saabareeda keesaa isin haaqubsiisu
    masha Allah masha Allah waan nama gamachisa ti rabbin isaan hagargaaru

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button