OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Lakkoofsi Qondaaltota Naannoo Oromiyaa Malaamaltummaan shakkamanii too’annaa jala oolfaman 56 gahuu gabaafame
Komishiiniin Farra Malaamaltummaa naannoo Oromiyaa qorannoo geggeessaa ture irratti hundaayuun, namoota yakka qabeenya mootummaa fi ummata qisaasuutiin shakkaman jidduu 56 too’annaa jala oolchuu ibse.
Hojiin shakkamtoota too’annaa jala oolchuu kun cimee kan itti fufu tahuus ibsamera.