Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenya naannichaa Obbo Takluu Mitikkuu Fana Brookaastiif akka himetti, hidhamtoonni dhiifamaan lakkifaman kunniin kan seera dhiifamaa guutan tahuu fi namoota kanneen jidduu 72 dubartoota tahuu hime.
Hidhamtoonni kun Sadaasa 20/2011 irra jalqabee hidhaa irraa kan lakkifaman tahuu gabaafame.