header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaant Uhuruun Asmaraa seenan

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad fi Prezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa ganama har’aa Asmaraa kan seenan yoo tahu, hoggantoonni lamaan prezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afaworqii waliin kan mari’atan tahuun beekameera.

Mariin hoggantootaa hariiroo diinagdee fi daldalaa cimsuu akkasumas dhimmoota nageenya naannichaa irratti waliin hojjachuu irratti kan xiyyeefate tahuu odeeyfannoon ni mul’isa.

Daawannaa Asmaraa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button