header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Naannoo Affaar magaalaa Loogiyaatti Sagantaan Muhaadaraa Guddaan Geggeeffamaa jira

Sagantaa Da’awaa guddaa Magaalaa Loogiyaa masjiida Hamzaatti geggeeffamaa jiru kana irratti, Ulamaa’onni fi keessummoonni akkasumas hawaasni muslimaa argamuun qooda fudhataa jira.

Sagantaa kana irratti Ustaaz Ahmaddiin Jabal, Ustaaz Bahruu Huseen, Aktiivist Mujiib Amiinoo fi  ulamaa’onni naannichaa heddu argamuun hawaasaaf dhaamsa gara garaa dabarsaa jiran.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button