AfrikaaOdeeyfannoo

Mana Jireenyaa Prezdaantii Suudaan duraanii keessatti maallaqni miiliyoonotaan lakkaahamu argamuu gabaafame

Abbaan alangaa biyyattii, prezdaant Umar Al-Bashiir yakka “karaa seeraan ala taheen maallaqa biyyoota gara garaa mana jireenyaa keessatti dhoksuu”jedhuun shakkee, mana hidhaa Kobor keessatti qorannoo kan irratti jalqabe  tahuu Rooyters gabaase.

Humnoonni tikaa biyyattii mana prezdaanticha duraanii sakatta’uun Yuuroo miiliyoona 6.75, Doolaara kuma 300 fi kuma 50 akkasumas maallaqa Suudaan miiliyoona shan kan qaban tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Comment

Related Articles

Back to top button