header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Simannaa Jila Ulamaa’ota Biyya Alaa irraa dhufanii Magaalaa Adaamaatti  geggeeffame

Jilli Ulamaa’ota biyya keenyaa Sheikh Bashiir Usmaaniin durfamu  biyyoota gara garaa irraa walitti dhufuun dhiheenya gara biyyaa dhufuun isaanii ni yaadatama. Jilli kun hawaasa fi qaamolee mootummaa waliin jijjiirama amma biyyatti keessatti argame irratti marii kan godhaa jiru yoo tahu, Alhada har’aa ammoo hawaasni magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti jila kanaaf simannaa hoo’aa tahe godheefi jira.

 

Sagantaa simannaa kana irratti, Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa, abbootiin qabeenyaa,  qondaaltonni mootummaa fi keeysummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan argamanii jiru. Hawaasni muslimaa magaalaa Adaamaa fi naannwa isii lakkoofsaan guddaa tahes sagantaa kana irratti kan argame tahuun beekamee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button