Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa muudama komishiinaraa fi itti aanaa komishinara Komishiinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimma Eenyummaa raggaasise. Haaluama kanaan Dr. Xaasaw Gabree komishinara, Ustaaz Abubakar Ahmad ammoo itti aanaa ta’uun muudaman.
.
Dabalataanis Kaardinaalli Kaatolikii Ityoophiyaa Birhaana Iyyasuus Suraafeel walitti qabaa Komishinii Araaraa fi Nageenyaa, aadde Yatnabbarsh Nugusee ammoo itti aantuu tahuun sagalee caalmaa taheen muudamanii jiru.
Related Posts