header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Inistiitiyuutiin Sunnaah Ulamoota 40 eebbisise

Inistiitiyuutiin Sunnaah kan Aalima guddaa biyya keenyaa Dr Sheikh Muhammad Haamiddiiniin durfamu, barattoota ilmii ileana 40 kan waggoota afuriin barsiisaa ture guyyaa har’aa haala hoo’aan eebbisiise.

Sagantaa eebbaa kanarratti hoggantoonni majlisa Federaalaa fi naannoolee akkasumas, ulamoonni, ustaazoonni fi keeysummoonni iddoo garagaraa irraa affeeraman argamuun qooda fudhatanii jiru.

Akkasumas sagantaa eebbaa kanarratti pirojeektii mataduree   ”eenyu bakka isaan haa bu’uu?” jedhuun Aalima guddaa Sheikh Dr. Muhammad Haamiddiiniin jalqabame itti fufsiisuuf deeggarsi walitti qabamuu fi akkasumas hawaasni muslimaa pirojektii kana itti fufsiisuuf deeggarsa irraa eegamu akka godhu, ulamoonni saganticha irratti hirmaatan dhaamsa dabarsanii jiru.

Back to top button