Odeeyfannoo Biyyaa
Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irratti kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan
Addi Bilisummaa Oromoo (Shanee-Gumii) fi mootummaan dhimmoota tokkummaa fi faayidaa ummata Oromoo mirkaneessan irratti kan waliin hojjatan ta’uu beeksisan
Jaarsoliin mootummaa fi ABO jiddutti araara buusuuf hojjataa turan hujii waraana ABO Kaampitti galchuu ilaalchisee gabaasa kan dhiheessan yoo tahu, kanuma hordofuun hoggantoonni mootummaa naannoo Oromiyaa fi ABO Shanee hojiin loltoota ABO hidhannoo hiikkachiisuu xumuramuu ilaalchisee ibsa kennanii jiru.
Hayyu dureen ABO Obbo Daawud Ibsaa ABO’n kana booda humna waraanaa hidhatee socho’u hin qabu jechuu isaa odeeyfannoon ni addeessa.
oromyaan kan oromooti
Assalaamualeeykum.
Assalaamualeeykum!
1144@gimal.com
As wr wb
waan gaariidha
Jabaadha jajjabaadhaa jennaan
51041579
51041579
Waan gaariidha maashaa allah
Alahamdulillah