header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa gita isaa ministeera haajaa alaa Masri waliin mari’atan

Obbo Gadduu Andargaachaw fi Mr Saami Shukri walgahii dhimma Suudaan irratti Gamtaan Afrikaa Finfinnetti yaame cinatti kan waliin mari’atan yoo tahu, haala nageenya Suudaan fi dhimma hidha laga Abbaay irratti kan mari’atan tahuu odeeyfannoon ni mul’isa.

Dhimma ijaarsa hidha haaromsaa guddicha Ityoophiyaa kana ilaalchisee, Kallattii kanaan dura kaa’ame irratti hundaayuun Suudaan dabalatee biyyoonni sadan marii alqabuuf walii galanii jiru.

 

 

 

 

2 Comments

  1. garuu tamsaasa keessan kana odoo nuuf dheeressitanaa Haalaan namatti tola haala yerootillee itti nuuf dabalaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button