header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Dhaabbileen ABO lama walitti makaman

Addi Bilisummaa Oromoo Qaama Cehuumsaa fi Addi Bilisumma Oromoo Tokkoomee eega akka dhaaba tokkotti walitti ititaniin booda kora waliini taasisaniin hoggansa waloo filatanii jiru.

Kora Tokkumma Adda Bilisummaa Oromoo jedhame waamame kana irratti, haal duree tokko malee mooraa qabsoo Bilisumma Oromoo ijaaruu fi qabsaa’ota Adda Bilisummaa Oromoo walitti tokkoomsuuf kan hojjatan ta’uun himamee jira.

Korri Riizoortii Sodareetti geggeeffame kun dheengadda kan xumurame yoo tahu,  Abbaa Nagaa Jaarraa hogganaa, Bilisummaa Birhaanuu ammoo itti aanaa godhuun filateera.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button