header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Manni Maree Waraana Suudaan fi Gamtaan mormitoota sanadii adeemsa raawwii hundeeffama mootummaa ce’umsaa qopheessuun waliif mallatteessan

Hoggantoonni mana marii waraana Suudaan fi gamtaan mormitootaa akkaata walii galtee nageenyaa dhiheenya irra gahaniitiin, haala raawwii hundeeffama mootummaa ce’umsaa irratti torbee dabre irraa eeggalee marii geggeessaa turan.

 

Haaluma kanaan halkan edaa sanadii xumuraa irratti marii dheeraa eega godhanii  booda ganama har’aa walii galtee kan mallatteessan tahuu gabaafame.

 

Humnoonni lamaan Heera Mootummaa ilaalchisee ammas marii kan itti fufan yoo tahu, kunis hanga Jum’aa dhuftuutti waliigaltee mallatteessuun ni goolabama jedhamee eeggama.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button