OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Obbo Ahmad Buuh sadarkaa Itti aanaa Kantiibaatti hogganaa magaalaa Dirree Dhawaa ta’uun muudame

Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa wal gahii ariifachiisaa guyyaa har’aa geggeesseen, gaaffii Kantiibaan magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Mahdii Giree aangoo gad lakkisuuf dhiheeffate qeebaluun,  Obbo Ahmad Buuh sadarkaa itti aanaa Kantiibaatii Bulchiinsa Dirree Dhawaa akka hogganu muude.

 

Haaluma wal fakkaatuun Afayaa’ii mana marichaa kan ture Obbo Abdallaa Ahmad aangoo irraa buusuun,  Aadde Faaxumaa Musxafaa Afayaa’ii mana maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa godhuun muudee jira.

Comment

Related Articles

Back to top button