Baankiin Hijraa Aksiyoona gurguruu jalqabe
Baankiin Islaamaa dhalarraa walaba tahe akka hundeeffamuuf Muslimoonni Itiyoophiyaa yeroo dheeraaf gaafachaa turuun ni yaadatama.
Jijjiirama siyaasaa yeroo dhiyoo as biyyattiitti argame hordofuun, ji’oota muraasa dura Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad Baankiin dhala irraa walaba tahe akka hundeeffamu hayyame.
Baankiwwan dhala irraa walaba tahanii dhaabbachuu barbaadaniis Baankii Biyyooleessa Itiyoophiyaa irraa hayyama fudhachuun gama hojjiitti seenaa jiran.
Baankiin Hijraa, Baankiwwan dhala irraa walaba tahanii hojjechuudhaaf hayyama Baankii Biyyooleessa Itiyoophiyaa irraa argatan keessaa tokko. Baankichi wiixata dheengaddaa ifatti Aksiyoona gurguruu jalqabe.
Hijraa Bank Alhada dabre sagantaa hundeeffamasaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffatee ture. Saganticha irratti fuulduraaf Baankiin Hijraa tajaajila Inshuraansii dhala irraa walaba tahe jalqabuuf qophii xumuruusaa ibse.
alhamdulillah damee isii aanaa irraatti dafaatii gabbuusaatii ummata ribaa ykn horii wal dhalaa irraa nagaya baasaa rakkoon jirtuu hedduu karaa kanaan
maasha Allah wallahii bareedaadha ABBA Bankiicha eenyuu?
mashalah mashalah mashalah baredadha branchis banadha
Alhamdulillah Alfa Alfa marra
Masha Allah
Mus’aab
Mashaa allaa waan bareedadha
as.wr.wb Allahu.Akubar.Allahu.Akubar.Allahu.Akubar.masha.allah masha.allah.beektooni.uummata.musilima.Raabi.isin hagarggarruu
maashAalla jaabadha rabbii isaan haa gargaruu
Allaahu Akubar Allaahu Akubar Allaahu Akubar Allaahu Akubar
maasha Allah Maasha Allaah Maasha Allaah Maasha Allaah Tabaarakallaah Wallaahi Gammachuu guddatu natti dhagahamee jajjabaadha Rabbiin isin Waliin Haa jiraatuu Haaluma kanaannitti nuu fufaa….
jzk