Waxabajjii 15/2011 yaalii fonqolcha mootummaatiif ajjeechaa qondaaltoota mootummaa naannoo Amaaraa irratti raawwatameef, namoonni shakkaman tohatamuun ni yaadatama. Dhimma nageenyaa naannichatti boora’e hordofuunis namoonni hedduun hidhamanii turan.
Related Posts
Shakkamtoota galmee Birgaadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo jalatti himataman jidduu namoonni 57 Adoolessa 19/2011 dhimmi isaanii adda baafamee hiikamanii jiran.