header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Baqattoota 150 torbee dabre galaana Meditraaniyaan keessatti du’an jidduu lammiileen Ityoophiyaa 16 tahuu ibsame

Torbee tokko dura, bidiruun baqattoota seeraan alaa fe’attee gara Awrooppaa cehuuf yaalaa turte galaana Medtiraaniyaan irratti caccabuun, yoo xiqqaate baqattoonni 150 galaanaan nyaatamuu Dhaabbanni Godaantota Aduunyaa IOM beeksiise ture.

 

Balaa Adoolessa 18,2011 muudate kanaan lammiileen Ityoophiyaa dhalattoota naannoo Tigiraay tahan 16 kan du’an tahuu Biiroon Sab Qunnamtii Mootummaa Nannichaa beeksise. Mootummaan naannichaa ibsa har’a kenneen, doonii Liibiyaa irraa gara Xaaliyaan osoo imalaa jirtu dhidhimtee san keessa lammiilee Ityoophiyaa turan jidduu, dubartoota kudhan  dabalatee dhalattoonni naannichaa godina Iroob irraa tahan 16 lubbuun dabruu ibse.

Baqattoota Iroob

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button