OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Mootummaan Sa’uudii deggarsa Timira toonii 250 Itiyoophiyaaf kenne

Deeggarsi namoomaa kun gama dhaabbata mootummoota gamtoomanii Ajjeensii sagantaa nyaataatiin Ityoophiyaa gahe.

Guyyaa kaleessaa waajjira dhaabbatichaa magaalaa Finfinneetti argamutti qondaaltootni mootummaa Ityoophiyaa fi  Ityoophiyaatti Ambaasaadarri mootummaa Sa’uudii  Saamii bin Jamaal sirna wal harkaa fudhiinsa geggeessuun gabaafame.

 

Comment

Related Articles

Back to top button