header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Ummanni Tuniiziyaa Prezdaantii biyyattii filachuuf sagalee kennuu jalqabe

Tuniiziyaan Prezdaant Sa’id Beejii kan yeroo jalqabatiif karaa dimokraatawaa taheen filatamee ture, kan July dabre amrii ta’e bakka buusuudhaaf, filannoo dimokraatawaa isii kan lammataa geggeessaa jirti. Haaluma kanaan lammiileen biyyattii Alhada har’aa sagalee kennuu kan jalqaban yoo tahu, dubartii lama dabalatee kaadhimamtoonni 26 filannoof kan dhiyaatan tahuun beekamee jira.

Filannoo Tuniiziyaa kana irratti sagalee kennatuudhaaf ummanni miiliyoona 7 ol kan galmaahe tahuu ibsame.

Warraaqsi Arabaa bara 2011 Tuniiziyaa keessatti jalqabame biyyoota biroo keessatti kan fashalaahe tahus, Tuniiziyaa keessatti garuu kan milkaahe tahuun ni beekama.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button