header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Dawaan sammuu nama adoochu ‘kookeeyiniin’ kiiloo giraama 8 to’annaa jala ooluu gabaafame

Dawaan sammuu nama adoochu kun birrii miiliyoona 19 olitti kan tilmaamamu yoo ta’u, sakatta’iinsa hojjatoonni waajjira Gumruukaa damee buufata Xiyyaaraa Itoophiyaa idil addunyaa Boolee godhaniin, Biraaziil magaalaa Saa’oo Pooloo irraa gara Finfinneetti osoo galfamu kan qabame tahuu FBC’n gabaase.

Ministeerri Galiiwwan Itoophiyaa, Dawaan kun harka nama paaspoortii lammii Booliiviyaa qabu, kan maqaan isaa Naamaanii Chiinchee Iveliin jedhamu irraa hordoffii iddoo ka’umsa isaa irraa godhamaa turen akka qabame beeksise.

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button