Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Kontaatti sigiga lafaa uumameen lubbuun nama 18 dabruu gabaafame

Rooba cimaa halkan edaa Roobe hordofuun balaa sigiga lafaa uumameen hanga ammatti lubbuun nama 18 ol dabruu odeeyfannoon ni addeessa.

Reefki namoota Kanaa lafa jalaa qotuun kan baafame yoo tahu, lakkoofsi namoota lubbuun dabre dabaluu mala jechuun bulchiinsi mootummaa naannichaa beeksise.

Comments
Loading...