Mormiin kun guyyaa hardha salaata Jum’aa booda kan geggeeffame yoo tahu, mootummaa naannoo Soomalee Abdii Ileen hogganamu irratti tahuu odeeyfannoon ni mul’isa.
Related Posts
Mormiin dhaadannoo Dulmi-didi( Diddaa Roorro) jechuun moggaafame kun magaalaa Shinilleetti kan jalqabame yoo tahu yeroo ammaa iddoo adda addaatti babaldhachaa jiraatuun beekameera.