header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hiriirri Mormii Godina Harargee bahaatti guyyaa boruu geggeeffamuuf ture guyyaa biraatti jijjiramuu gabaafame

Haleellaa masjiidoota naannoo Amaaraa baha Goojjam magaalaa Mooxaatti raawwatame hordofuun guutuu biyyatti hiriirri mormii geggeeffamu akkuma itti fufe jira.

Haaluma kanaan Ulamaa’onni godina Harargee bahaa torban dabre kibxata boruu magaaloota gara gaaratti hiriira mormii geggeessuuf kan karoorfatanii turan yoo tahu, qophiin hiriira kana godhuu sababa hin xumuraaminiif guyyaa biraatti dabarfamuu fi dhiyootti guyyaa hiriirri itti geggeeffamu kan beeksisan tahuu odeeyfannoon qindeessitoota irraa argane ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button