header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Prezidaantiin Masri Duraanii Husnii Mubaarek ganna 91 tti Du’e

Bara 1981 aangoo qabatee waggoota 30’f Prezidaantummaan kan Masri bulchaa ture, Husni Mubaarek waraaqsa bara 2011 biyyattii keessatti ka’een aangoo irraa kaafamuun ni yaadatama.

Husni Mubarek guyyaa har’aa ganna 91tti hospitaala magaalaa Kaayirootti kan du’e tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

3 Comments

  1. asalamalkuumi waramatuli warbakatuu maashallah tabarakalaa bayee namati tolaa odeefanoo nuufi erguu kessaan jabadha rabbin insi haa garagaruu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button