Kaayyoon sagantaa kanaa madrasaa Fathiif deeggarsa walitti qabuuf kan qophaa’e yoo tahu, hawaasni muslimaa magaalaa Gadeedoo fi naannawa isii argamuun deeggarsa kan godhe tahuu gabaafame.
Haaluma walfakkaatuun Ulamaa’onni fi Ustaazoonni godinaalee fi aanaalee gara garaa irraa affeeraman argamun qooda fudhatanii jiru.
Related Posts
Keeysummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu
Dr. Mohammad Kamaal
Sheikh Habiib Huseen
Sheikh Abdulwahaab Haaj Ulfataa
Sheikh Abubakar Haaj Maammoo
Sheikh Muhammad Aadam
Sheikh Yunuus Aadam fi namoonni birootis jiraatuu odeeyfannoon ni addeessa.