header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Balaa Konkolaataa Godina Harargee Lixaa Keessatti muudateen lubbuun nama 10 dabre

Waajjirri Kominikeeshiinii Godina Haragee Lixaa akka beeksisetti, Sabtii har’aa Minibaasiin imaltoota fe’attee Magaalaa Hirnaa irraa gara Ciroo deemaa turte, Aanaa Ciroo iddoo Dildila Qillisoo jedhamutti Konkolaataa meeshaa fe’atee gara Jibuutii imalaa tureen walitti bu’uun lubbuun nama 10 battalumatti dabre. Dabalataanis namoonni shan ammoo kan miidhaman tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

13 Comments

  1. innaan illaah wo innaa ileeyi raaji’un yaa Rabbi worra tola kee keessaa araaramtuufirraa jara godhi qubsuma jaraa jennata taasisiif

  2. innaan illaah wo innaa ileeyi raaji’un yaa Rabbi worra tola kee keessaa araaramtuufirraa jara godhi

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button