header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Dr Dabratsiyoon Tigraayitti filannoo geggeessuuf qophiin xumuramaa jiraachuu beeksise 

Itti aanaan bulchaa naannoo Tigraay Dr Dabratsiyoon Gebre Mika’eel ibsa haala yeroo irratti Miidiyaalee naannichaaf kenneen, filannoo naannichatti geggeessuuf hojiin seera filannoo baasuu kan akka Boordii filannoo hundeessuufi hoggantoonni komishinii Boordii filannoo muudamuu ibse.

Dr Dabratsiyoon filannoo naannichatti geggeeffamuuf karoorfame kana, mootummaan Federaala Itoophiyaa, mootummaa Eertiraa fi qaamoleen birootis gufachiisuuf bifa qindaaween tattaaffataa jiru jechuun yakke.

Keessumattuu naannawa daangaa naannichaatti sochiin filannoo gufachiisuuf taasifamu muldhatanii jiran jedhe.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button