header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
IbaadaaOg-BarruuSalaata

Dargaggummaa

Qiyaamaa gaafa aduun gad dhihaattee sammuu namaarra dhuftee nama danfistu, warra gaaddisa Arshii Rahmaan jala turee oowwa san humaa hin garreetu jira. Akka ergamaan Rabbii(SAW) nutti himetti “dargaggeessi ajaja Rabbii fudhatee (Ibaadaa) irratti guddate” carraa gaaddisa san jala turuu qaba.

Yeroo dargaggummaa Ibaadaa irratti dabarsuun qabsoo jabduu tahuu kanarraa hubanna. Dargaggeessi humnaafi mirqaana addaa qaba. Wanni hedduun itti bareeduu waliin lubbuun isaa waa danuu barbaaddi. Fedhii isaa Ibaadaa yoo godhe, kaayyoo uumameef yoo bakkaan gahe arraafi boruus ni milkaawa.
“” وشابٌ نشأ في طاعة الله .. “

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button