header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Dhalattoonni Silxee lammiilee Oromoo qe’ee isaanii irraa buqqifamaniif deeggarsa godhan

Dhalattoonni Silxee magaalaa Adaamaa keessa jiraatan lammiilee Oromoo sabaaba waldhabbi dangaa naannoo Oromiyaa fi Soomaleetiin qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deggarsa birrii 500,000 kan godhan tahuu gabaasni waajjira dhimmoota Komunikeeshiinii mootummaa magaalaa irra argame ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button