header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Fooramiin Ulamoota Itoophiyaa, Kanaadaatti argamu, Rakkoon Majlisa keessa jiru akka furmaata argatu gaafate

Waldaan Ulamoota Itoophiyaa biyyoota alaa jiraatanii (International Forum of the Ethiopian Muslim in Diaspora) jedhamu kan Kanaadaatti argamu, ibsa November 11,2020 baaseen, rakkoolee mana marii dhimmoota Islaamaa keessa ni jiran jedhe 10 tarreessuun akka furmaata hatattamaa argatan gaafate.

Fooramiin kun ibsa isaa kana irratti, jijjiiramni biyyattii keessatti argame muslimootaaf carraa ni fayyaada jedhu qabaatus, carraa kanaatti fayyadamuu dhabuun immoo fuulduraaf muslimoota biyyattii gatii guddaa kafalchiisuu mala, kun mudachuu dura immoo manni marii dhimmoota Islaamaa irratti hojjachu akka qabu ibsame.


Gargalchi xalayaa kanaa Ministeera nageenya fi Majlisa Federaalaa dabalatee, akkasumas majlisoota naannoolee hundaaf ergamu odeeyfannoo ni addeessa.

Guutuu ibsa kanaa suuraa arman gadii irraa argachuu dandeessu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button