
Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jechuu isaanii Abdullaah ibnu Amr ibnu al-Aas (r.a) gabaase:
“Namni amaloota afurii qabu munaafiqa qulqulluu ta’a. Amaloota kanneen keessaa takkas namni qabu amala munaafiqaa takka baadhatee jira, waan hin dhiisiniin. (Munaafiqni): yoo amaname ni gana, yoo dubbatu ni kijiba, waadaa seene ni diiga, yoo falmatu dharaan morma (haqa irraa ni dheessa).
(Bukhaarii fi Muslimtu gabaasan).
عن عبد اللّه بن عمر- رضي اللّه عنهما- قال: قال رسول اللّه صلى اللّه عليه وسلّم: «Ø£Ø±Ø¨Ø¹ من كنّ Ùيه كان مناÙقا خالصا. ومن كانت Ùيه خلّة منهنّ كانت Ùيه خلّة من Ù†ÙØ§Ù‚. ØØªÙ‘Ù‰ يدعها: إذا ØØ¯Ù‘Ø« كذب، وإذا عاهد ØØ¯Ø±ØŒ وإذا وعد أخلÙ. وإذا خاصم ÙØ¬Ø±» ØÙŠØ± أنّ ÙÙŠ ØØ¯ÙŠØ« سÙيان «ÙˆØ¥Ù† كانت Ùيه خصلة منهنّ كانت Ùيه خصلة من Ø§Ù„Ù†Ù‘ÙØ§Ù‚»
Haata’u malee Mu’minoonni jabbeenna guddaa Munaafiqoonni hin beekne ni qaban. Rabbiin Subhaanahuu Wata’aalaa Qur’aana keessatti akkana jedha.
ÙˆÙŽÙ„ÙÙ„Ù‘ÙŽÙ‡Ù Ù±Ù„Û¡Ø¹ÙØ²Ù‘ÙŽØ©Ù ÙˆÙŽÙ„ÙØ±ÙŽØ³ÙولÙÙ‡ÙÛ¦ ÙˆÙŽÙ„ÙÙ„Û¡Ù…ÙØ¤Û¡Ù…ÙÙ†Ùینَ وَلَـٰكÙنَّ ٱلۡمÙنَـٰÙÙÙ‚Ùینَ لَا یَعۡلَمÙونَ
“Jabeenyi ( irreen )Rabbii fi Ergamaa isaa akkasuma warra dhugaan Rbbitti amane qofaafi: Garuu immoo Munaafiqoonni hin beekan malee”