OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Makinaan Darasoota fe’attee imaluu ture gargaluun lubbuun nama 5 dabre
Makinaan Isuzu’n barattoota diinii (Darasoota) lakkoofsaan 20 ta’an fe’attee godina Arsii lixaa Saaguree irraa bahe gara Kofalee deemaa ture, guyyaa kaleessaa march 3,2021 naannawa magaalaa dodolaatti riqicha irraa gara galuun battalumatti barattoota diinii afuriifi dargaggoo tokko kan isaan waliin ture walumaagalatti lubbuun nama 5 dabruu gabafame.
Akkasumas namoota kaan irra ammoo miidhaa cimaaf salphaa dhaqqabee, hospitaalatti kan yaalamaa jiran tahuun beekkame.
Barattoonni kun sagantaa dhukkubsaachuu Aalima guddaa Sheikh Zubeeyri hordofuun, deeggarsa walitti qabuuf magaalaa Saagureetti qophaa’e irratti hirmaatanii kan deebi’aa turan ta’uu odeeyfannoon ni addeessa.
انا لله وانا اليه راجعون
darasoosa keenya kan opsitaala jiraan rabbi itti nuuf haa araaramu yaa Allaah
rabbi lubbu jeraa jennataan haa qanaansiisu
innalillh wainaillh raajiuna
0121480954
innaanillaahi wainnaa ileeyhi raaji,uun
Raabbii jaanatin haa gaamachisi Raabbii baala taasii naama haa qabuu
inaa nillaahi wa’iina rajiihun yaa Raabii kiyyaa jenaata keettin baadhassiikaa atii 🤲🤲🤲ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜
Rabbiin jennatal firdosin hagamachisuu inshaallah â˜ï¸
أن إلا الله وإنا إليه راجعون اللهم صبر أهل ðŸ˜
Inan Ilaha Waina Ilayi Raji, un Rabbin Olla Nabii Muhammad Isan Haa Qubsisu inshaa Allah
Asalamalekum woramatulaa wobarakatuu
Rabin isanii haa araramuu kaa bayanii ranii nuu haa tisuu lubbu isanii
Madina Gishaa
Mm0690862