header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Waldaan Tokkummaa Muslimoota Magaalaa Jimmaa fi Naannawa isii Hundeeffame

Hawaasni muslima magaalaa Jimmaa fi naannawa isii guyyaa harraa walitti dhufuun marii tokkummaa hawaasa Muslimaa irratti xiyyeeffate geggeessuun, Waldaa Tokkummaa hawaasa Muslimaa magaalaa Jimmaa fi naannawa isii jedhu hundeessuu gabafame.

Kaayyoon waldichaa, garaagarummaa hawaasa Muslimaa jidduutti uumamu dhiphisuun, tokkummaa hawaasa muslimaa cimsuu irratti kan hojjatu tahuu ibsame.


Saganticha irratti ulamoonni magaalaa Jimmaa, hayyoonni Yunivarsitiifi magaalichaa, dargaggoonni, dubartoonniifi daldaltoonnis irratti hirmaataniiru.


6 Comments

  1. mashaa allah mashaa allah mashaa allah Tabarakaallah jzk Rabbiin jaraa woliin hajirattuu Rabbiin jara hagargaaruu Amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiin

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button